Ragaalee konkolaataa fi konkolaachisaa badan haaraan bakka buusuu Dhorka konkolaataa raawwachuu fi haquu Jijjiirraa Maqaa Raawwachuu (Abbaa Qabeenyummaa, jijjiraa tajaajilaa fi jijiraa faayilaa) Mallattoo maxxantuu (boolloo) waggaa haaraa kennuu, haaromsuu fi haquu
Tajaajilli kun darbii tokkoffaa, foodaa 7, kaawuntarii 23 irratti kennama.
