Waraqaa Ragaa Addaa Addaa (Magariisummaa, Ijaarsa Seeran Alaa diigame, Daandii pilaanii irra jiran, Qonnaa Bulaa fi Maatii heyyamameef, Qabiyyee Tolarance Limit ol ta'e adda baasuun fi kkf) qopheessuun kennuu
Tajaajilli kun darbii lammaffaa, foodaa 9 irratti kennama.
