Hayyama gahumsa manneen barnootaa dhuunfaa fi miti mootummaa

← Gara Tajaajiloota akka darbii deebi'i

Hayyama Gahumsa Manneen Barnoota Dhuunfaa fi miti mootummaa Kennuu, Haaromsuu, Kan bade bakka buusuufi deebisuu (Mana Barnootaa BSTDfi sadarkaa tokkoffaa 1-8)

Tajaajilli kun darbii lammaffaa, foodaa 4, kaawuntarii 62, 63 irratti kennama.