Galmeessaa fi qaama seerummaa waldaalee ijaarsa mana jireenyaa

← Gara Tajaajiloota akka darbii deebi'i

Waldaalee lafa mana jireenyaa Gurmaa’aniif qaama seerummaa kennuu fi haquu (Gurmii waldaalee ijaarsa mana jireenyaa(D/Manneenii))

Tajaajilli kun darbii tokkoffaa, foodaa 7, kaawuntarii 17 irratti kennama.