Hayyama gahumsa suphaa meeshaalee elektirooniksii

← Gara Tajaajiloota akka darbii deebi'i

Heyyama gahuumsa ogeessota suphaa Meeshaalee elektirooniksii (hardware and software) Kennuu fi Haaromsuu.

Tajaajilli kun darbii tokkoffaa, foodaa 6, kaawuntarii 40 irratti kennama.